SBS Afaan Oromoo
Avsnitt

Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026

Dela

Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.

Podden och tillhörande omslagsbild på den här sidan tillhör SBS. Innehållet i podden är skapat av SBS och inte av, eller tillsammans med, Poddtoppen.